Baga gara Akkaadaamii Gobaaz dhuftan

Dhaloota Ityoophiyaa Itti Aanu Barnoota Dijitaalaatiin Aangessuu.

Gobez

Tajaajila Keenya

Akkaadaamiin Goobaz Barattota sadarkaa tokkoffaa dhaa hanga sadakaa lammaffa jiranuuf kan qophaa’e fi Itiyoopiyaa keessatti pilaatofoormii dursaa ta’ee dha.
Goobaz Akkaadaamiitti barnoota haala gammachiisaa, barattoota bira qaqqabuu danda’uu fi firii qabeessa kan godhu, fi himmammata barnoota biyyoolessaa iraatti haala hundaa’een dhiheessina.
Barattotaa fi barsiistotaaf Yeroo hunda, bakkaa hundatti qabiyyeewwan qulquliinnaa olaanaa qaban milkaa’ina keessaniif nii dhiheessina.
Mobirise Website Builder
Sadarkaa Tokkoffaa
Dhaloota dhufuuf haala mijataa egeree ijaaruu.

Kutaa 1-8 tti barattonni jiran gosoota barnoota adda addaa nii baratu.

Mobirise Website Builder
Sadarkaa Lammaffaa
Ofitti amanummaa, gadi fageenyan yaaduu fi barnoota ola’aanaa fi qophaa’uu

Barattoota sadarkaa lammaffaa jiran beekumsaan dagaagsuu, qormaataaf qopheesuu, guddinaa waliigaalaatiif qopheessuu irratti kan xiyyeefateedha.

Mobirise Website Builder
Qormaata naannoo fi biyyolessaaa
Barattota qabxii ol’aanaaf qopheessu.

Barattoonnii qormaataa naannoo kutaa 6 fi 8f akkasumas qormaata biyyooleessaa kutaa 12f akka qophaa’an nii taasisna.

Mobirise Website Builder
Taphaan Barachuu
Kaka’umsaa fi hirmaannaa barattotaa dabaluu

Meeshaale barnoota dijiitalaa fayyadamuun haala bashannansiisaa fi taphaatiin barnoota gammachiisaa taasisuu.

Paakeejii barnootaa
Kutaa 1ffaa hanga 12ffaatti, barnoota viidiyoo, qormaataa fi fi yaadannoo dubbisaa barattootaaf.
Ji'a ji'aan
Birrii 300

Paakeejii kana keessatti:

  • barnoota filatamoo viidiyoo fi sagaleen 
  • Kitaaba barataa
  • Gaaffiiwwan shaakalaa
  • Walitti hidhamiinsa poortala 
  • Walitti dhufeenya miidiyaa hawaasaa
  • Viidiyoowwan gaggabaaboo filatamoo, 
  • Yaadannoo dubbisa
  • Ibsa qormaata nannoo fi biyyoolessaa
  • Taphoota dijitaalaatiin barachuu
Ji'a Sadiif
Birrii 810

Paakeejii kana keessatti:

  • barnoota filatamoo viidiyoo fi sagaleen 
  • Kitaaba barataa
  • Gaaffiiwwan shaakalaa
  • Walitti hidhamiinsa poortala 
  • Walitti dhufeenya miidiyaa hawaasaa
  • Viidiyoowwan gaggabaaboo filatamoo, 
  • Yaadannoo dubbisa
  • Ibsa qormaata nannoo fi biyyoolessaa
  • Taphoota dijitaalaatiin barachuu
Ji'a Jahaaf
Birrii ፡ 1,530

Paakeejii kana keessatti:

  • barnoota filatamoo viidiyoo fi sagaleen 
  • Kitaaba barataa
  • Gaaffiiwwan shaakalaa
  • Walitti hidhamiinsa poortala 
  • Walitti dhufeenya miidiyaa hawaasaa
  • Viidiyoowwan gaggabaaboo filatamoo, 
  • Yaadannoo dubbisa
  • Ibsa qormaata nannoo fi biyyoolessaa
  • Taphoota dijitaalaatiin barachuu
Waggaa tokkoof
Birrii ፡ 2,880

Paakeejii kana keessatti:

  • barnoota filatamoo viidiyoo fi sagaleen 
  • Kitaaba barataa
  • Gaaffiiwwan shaakalaa
  • Walitti hidhamiinsa poortala 
  • Walitti dhufeenya miidiyaa hawaasaa
  • Viidiyoowwan gaggabaaboo filatamoo, 
  • Yaadannoo dubbisa
  • Ibsa qormaata nannoo fi biyyoolessaa
  • Taphoota dijitaalaatiin barachuu
Paakeejii qormaataa
Qormaata seemisteera
Birrii 200 
  • Gaaffii 600 ol
  • ibsa waliin
  • meeshaalee dubbisaa
Qormaata biyyaalessaa
Birrii 300
  • Gaaffii 300 ol
  • ibsa waliin
  • meeshaalee dubbisaa tokkoon tokkoon mata duree

Paakeejii Primiyeemii

Paakeejiin Preemiyeemii paakeejii armaan olii hunda irratti hir’ina 12.5 % hanga 40 % kan hammatudha.Kunis ofkeessatti Paakeejii Barnootaa, Qormaata Semestera, fi Qormaata Biyyaalessaa (kutaa 6, 8, fi 12) qabata.
%12.5 hir'ifama
Ji'a Ji'aan Premium

700 birrii
  • Paakeejii Barnootaa
  • Qormaata Seemisteera
  • Qormaata Biyyoolessaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa
%25 hir'ifama
Preemiyeemii ji'a 3


1,800 birrii
  • Paakeejii Barnootaa
  • Qormaata Seemisteera
  • Qormaata Biyyoolessaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa
%35 hir'ifama
Preemiyeemii ji'a 6

3,120 birrii
  • Paakeejii Barnootaa
  • Qormaata Seemisteera
  • Qormaata Biyyoolessaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa
%40 hir'ifama
Waggaa waggaan Preemiyeemii
5,760 birrii
  • Paakeejii Barnootaa
  • Qormaata Seemisteera
  • Qormaata Biyyoolessaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa

Nuti eenyu?

Akkaadaamii Gobaaz waltajjii barumsa dijitaalaa hunda of keessaa qabu kan jalqabaa barattoota mana barumsaa daa’immanii duraa irraa kaasee hanga mana barumsaa sadarkaa lammaffaatti.

Qabiyyee wal-qunnamtii, kaarikulamii wajjin kan walsimu, fi aadaa wajjin walqabatu kan barumsi gammachiisaa, dhaqqabamaa fi bu’a qabeessa taasisu ni kennina.

Barataa, warra, ykn barsiisaa yoo taate, Gobez meeshaalee mana barumsaa fi sanaa ol milkaa’uuf si humneessa.

Mobirise Website Builder

Hojiin keenya maali?

Gobezacademy.com irratti, barsiisa ogeessaa, kaarikulamii caaseffama qabu, fi teeknooloojii walitti makuun barattoota kutaa 1-12tti muuxannoo barumsaa hawwataa fi bu’a qabeessa ta’e jijjiirra.

Mobirise Website Builder

Boriif baradhaa.

Barsiisota keenya muuxannoo olaanaa

Kana akkamitti galmaan geenyaa jirra?

Qabiyyee dijitaalaa wal-qunnamtii

Viidiyoo, gaaffii, sochii qaamaa fi shaakala nama hawwatu jireenyatti fidu - kitaabota barnootaa aadaa bira darbee barnoonni gammachiisaa fi bu'a qabeessa taasisu.

Barnoota ogeessaan durfamu

Barsiisota olaanoo waliin ta’uun barnoota caaseffama gaarii qabu kan kaarikulamii mana barumsichaa wajjin walsimu kennuudhaan, barattoonni yaad-rimeewwan sirriitti akka hubatan ni taasifna.

Yeroo kamiyyuu, bakka kamiyyuu dhaqqabamaa

Barumsi daree keessatti hin dhaabbatu. Waltajjiin keenya meeshaa kamirrattiyyuu 24/7 waan argamuuf barattoonni yeroo qophaa'an barachuu danda'u.

Hordoffii adeemsaa

Warri fi barsiisonni yeroo barbaadanitti madaallii barattootaa ilaaluu kan danda’an yoo ta’u, kunis guddina barnootaa ifa ta’e irratti xiyyeeffachuuf gargaara.

Gatii madaalawaa fi waan hunda hammate

Barnoonni sadarkaa olaanaa qabu hundaaf dhaqqabamaa ta’uu qaba, qulqullina osoo hin miidhiin furmaata baasii xiqqaa qabu kennuu qaba jennee amanna.

Waa'ee Keenya

Akka Gooba Akkaadaamiitti, barnoota barattoota kutaa 1 hanga 12tiif Itoophiyaa keessatti ni jijjiirrama gudda fiduuf nii hojjena. Barnoota qulqullina olaanaa fi meeshaalee teekinoolojii ammayyaa fayyadamuun, barattoota akka dandeettii isaanii itti amanan, akka beekumsa argatan, fi akka yaad-rimee haaraa uuman nii kakaafna. Qabiyyee nama hawwatu fi teknoolojii walitti makuun, barattoota dandeettii barnootaa akka ittiin dagaagsan fi addunyaan jijjiiramaa keessatti akka milkaa’an ni jajjabeessina.
Ergaama Keenyaa

Ergaamni keenya barnoota hawwataa fi bu’a qabeessa ta’e uumuudha. Kanaaf barnoota aadaa fi dijitaalaa (ammayyaawaa) walitti hidhuun, milkaa’ina barnootaa, yaad-rimee qajeelaa, uumamaa, fi jaalala barnootaa gummachuun gaggeesitoota boruu umuuf hojjenna. 

Mul’ata Keenyaa

Afrikaa keessatti madda barnootaa dijiitaalaa dureessaa ta’uun, dhaloota yaada haaraa qabu, rakkoo hiiku danda’u, fi hooggantoota borii ta’an umuuf carraaqqii goona.

Tajaajila Keenya 

​Akkaadaamiin Goobaz tajaajila guutuu fi bal’aa kutaa 1 hanga 12tti barattoota, maatii, fi barsiisotaaf mijate ni kenna:

Gatiiwwan Ijoo Keenyaa
  • ​Barnoota Haammataa (Inclusive Learning) – Barnoota qulqullina qabu barattoota hundumaaf, haala kamiyyuu keessatti mirkaneessuu.
  • Dammaqinaa fi jijjiirama (Curiosity & Growth) – Barattoota akka gaafatan, qoratan, fi haaraa uuman kakaasuu.
  • Haala branootaaf mijatu (Supportive Environment) – Bakka barattoonni nageenyaan fi ofitti amanamummaan barachuu danda’an uumu.
  • Dhugaa fi Iftoomina (Integrity & Transparency) – Amanamummaa fi wal-qixxummaa maatii, barattoota, fi barsiisota waliin ijaaruu.
  • Fooyya’insa Barnootaa (Innovation in Education) – Teknoolojii fayyadamuun barnoota akka nama hawwatu fi bu’a qabeessa ta’u gochuu.

​Barattootaaf (Kutaa 1–12)
  • Barnoota barattootaa fi barsiisaa walitti quunnaamsiisuun haala baruuf basiisuu salphisu kennuu.
  • Gargaarsa Hojii Manaa fi Qajeelfama Barnootaa – Deeggarsa yeroo barbaachisuun dhimmoota ulfaataa hubachuuf.
  • Barnoota haala Gaaffii fi Taphaatiin gumaachuu (Quizzes, Games & Challenges) keenuu
  • Qophaa’insa Qormaataa – Qormaata biyyaalessaa fi naannoo irratti leenjii fi qajeelfama kennuu.
Maatii 
  • ​Meeshaalee Ittiin Hordofamu (Progress Tracking Tools) – Odeeffannoo haala ijoollee isaanii irratti akka argatan taasisuu.i
  • Qajeelfamoota fi Tajaajiloota Deeggarsaa – Tooftaalee fi akkaataa ijoollee barnoota isaanii keessatti deggaran hubachiisuu.   
Barsiisotaaf
  • Qabiyyee Barnootaa fi Karoora – Qabiyyee dursee qophaa’e, barsiisotaaf salphaa fi bu’a qabeessa haala ta’een kennuu.
  • Leenjii fi Qophaa’ina Ogummaa –leenjiiwwan garagaraa kennuun ogummaa barsiisotaa cimsuu.
Deeggarsa Hawaasaa
  • Hawaasa barnootaa dijitaalaa kan barattoota, maatii fi barsiisota walitti hidhu umuu.
  • Waltajjiiwwan walitti dhufeenya hawaasa barnootaa cimsan garagaraa hojiiti hiikuu.

© Copyright 2025 Gobez Academy - All Rights Reserved